Ifaa Nuur
Quiz by , created more than 1 year ago

Qormaata sadarkaa 2ffaa

15
0
0
Ifaa Nuur
Created by Ifaa Nuur almost 8 years ago
Close

Qorumsa Sadarkaa 2ffaa

Question 1 of 5

1

Bishaan Zamzam Magaalaa Kam keessatti argama?

Select one of the following:

  • Jiddaa

  • Makkaah

  • Madiinaa

  • Xaa’if

Explanation

Question 2 of 5

1

Khaliifaan Afaraffaan eenyu?

Select one of the following:

  • Umar (RA)

  • Abubakar (RA)

  • Ali (RA)

  • Usmaan (RA)

Explanation

Question 3 of 5

1

Salaanni Sunnaa Boodaa hin qabne kami?

Select one of the following:

  • Zuhrii fii Asrii

  • Maghribaafii ishaah

  • Fajriifii Asrii

  • Hunduu sunnaah boodaa ni qaba

Explanation

Question 4 of 5

1

Lolli badrii ji’a kam keessa geggeeffame?

Select one of the following:

  • Rabii’al Awwal

  • Ramadaan

  • Rajab

  • Zulhijjaah

Explanation

Question 5 of 5

1

Lola badrii eenyutu moohate

Select one of the following:

  • Muslimoota

  • Kuffaarota

  • lameenuu wal hin moohanne

  • Deebiin hin jiru

Explanation